Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Guyyaan waliin jireenya Aadaa hawaasummaa kan sadarkaa idil-Adunyaatti yeroo 25ffaaf akka biyya teenyaatti marsaa 11ffaaf ”waliin jireenyi keenya nageenya keenyaaf ” dhaadannoo jedhuun mariin Geggeesotnii fi qaamoleen hawaasa gara garaa irratti hirmaatan boru Amajjii 27 ni geggeefama.
Duudhaawan Hawaasumaa haala itti Guddatu irratti mariin geggeefamuufi.


