Kenna Tajaajiltummaa irratti leenjiin hubannaa kennamaati jira.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hojjatoota Manneen hojii Mootummaa Geggeesota Duursitoota Garee Hojjatootaaf leenjiin hubannoo gabbisuu kennamaati jira.
    Leenjiin kana irratti dhimootni ijoo kanneen irratti laatameera.
    damee Misooma humna Namaa fi sirna mirkaneessa Ga’uumsaan karoora misoomawaa waggoottan 10 irratti leenjii guyyoota lamaaf kennamuu jalqabe.