Misoomni Baadiyaa Misooma Magaalaaf bu’ura waan ta’eef xiyyeefannoon hojjatamaa jiraachuun ibsame.
sirna Goolabii Hojii Misooma Sululaa marsaa 8ffaa Bulchiimsa Dirree Dhawaa qophaa’e irratti keessummaa Kabajaa ta’uun kan argaman Bakka Bu’aa Kantiibaa Bulchiimsa Dirree Dhawaa fi Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Bulchiinsaa Obbo Sulxaan Aliyyii haasawa taasisaniin akka ibsanitti Misoomni Baadiyaa Misooma Magaalaaf bu’ura waan ta’eef xiyyeefannoon Ol’aanaan keessattuu Uwisa Bishaan Dhugaatii fi hojjatamaa jiraachuun ibsame…


