Urjii Bahaa Magaalaa teenyaaf
Hoodhu Kennaa Kennaa caalu jechuuf Adoolessa 29 bara 2013tti Beelamaneeti jirra.
Beelamani keenya Utubaa jiruu fi jireenyaa kan ta’e Naannoo keenya Daaroma lafaa irraa baraaruuf Faana Magariisaa keenya kaa’uuf Lafa Biqiltuu dhaabuuf oolu qopheessuun Barii Barraaqaan kaanee Hoodhaa Kennaa jechuutu nurra eegama.
Dirree teenyaaf jennee Guyyaa kana Naannoo keenyatti argamnee Faana Magariisaa keenya haa kaayyannuu
” Itoophiyaa haa Uwifnuu “
‘Bosona Dirree kan duwate haa deebifnuu’


