Duula Misooma Faana Magariisaa milkeessuun Hidha Haaromsaa deegaraa Guddina Biyya keenyaaf hunduu cimsee akka tumsuu akka qabu ibsame.

    Sagantaa jalqabsiis kurfii Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuu kan Paarkii Indastiriitti geggeefame irratti Itti-Aanaa Kantiibaa Waajjira Abbaa Taayitaa Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa fi Hooganaan Biiroo Daldala, Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar haasawa taasisaniin Duula Misooma Faana Magariisaa milkeessuun Hidha Haaromsaa deegaraa Guddina Biyya keenyaaf hunduu cimsee akka tumsuu akka qabu ibsan.