Poolisiin magaalaa Dirree Dhawaa uffataa seeraa jijjiire.

    Poolisiin Magaalaa Dirree Dhawaa uffataa seeraa haaraa miseensiita poolisii haaraa har’a eebbisiiseera. Uffannaan seerichaa yeroo amma kana ejjennoo dhaabbatichaa bifa ibsuu fi asxaa dhaabbiticha kan irra jirudha jedhameera. Guyyaa arraa Adooleessa 29, 2013 kurfii Eebba uffataa seeraa haaraa kan Poolisii Magaalaa Dirree Dhawaa irratti Itti-Aanaan Bulchiinsa Dirre Dawaa Obbo Ahmad Buuh fi Itti-Aanaa Bulchiinsaa fi…

    Read More

      Afa yaa’iin mana marii bulchiinsa dirree dhawaa Mooraa Warshaa Simintoo Naashinaalitti Biqiltuu dhaaban.

      Bulchiinsa dirree dhawaatti duulli sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa harraa iddoolee garaagaraatti gaggeeyfamaa jiruun Afa yaa’iin mana marii bulchiinsa dirree dhawaa Mooraa Warshaa Simintoo Naashinaalitti Biqiltuu dhaaban. Sagantaa dhaabbii iddoo naashinaal simiintitti Afa yaa’iin mana marii bulchiinsa dirree dhawaa kabajamtuun adde Faxxum Musxafaa argamanii jiran. Duula kanaan iddoo mooraa naashinaal simiintootti hojjatootaa fi gaggeeysitoonni biroon misooma…

      Read More

        Kilaastara Assalissootti Biqiltuu kum 53 Guyyaa tokkotti dhaabamaati jira.

        Bulchiinsa Dirree Dhawaatti ‘Dirree Magariisa Uwwisuudhaan Biyyaafiis fakkii ni taana !’ dhaadannoo jedhuun Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf geggeefamaa jiruun Hirmaannaa Jiraatota Araddoottan Kilaastara Assalissootti argamaniin sadarkaa Kilaastarichaatti Biqiltuu kum 53 dhaabamaati jira. Sadarkaa Kilaastara Assalissootti Duula hojii biqiltuu dhaabuu kan jalqabsiisan Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Bulchiinsaa Obbo Sulxaan Aliyyii sirna kana…

        Read More

          Duula Misooma Faana Magariisaa milkeessuun Hidha Haaromsaa deegaraa Guddina Biyya keenyaaf hunduu cimsee akka tumsuu akka qabu ibsame.

          Sagantaa jalqabsiis kurfii Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuu kan Paarkii Indastiriitti geggeefame irratti Itti-Aanaa Kantiibaa Waajjira Abbaa Taayitaa Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa fi Hooganaan Biiroo Daldala, Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar haasawa taasisaniin Duula Misooma Faana Magariisaa milkeessuun Hidha Haaromsaa deegaraa Guddina Biyya keenyaaf hunduu cimsee akka tumsuu akka qabu ibsan.

          Read More

            Haala itti Kafaltootni Gibira Tajaajilamaa jiran daawatame.

            Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa haala ittiin Tajaajila Laatuu fi Kafaltootni Gibiraas haala ittiin Tajaajilamaa jiran Waajjira Ijoo Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti argamuun kan daawatan Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa fi Hooganaan Biiroo Daldala, Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar fedhii fi kaka’uumsa Kafaltootni Gibiraa Gibira kafaluuf mul’isan dinqisiifatanii Abbaan Taayitaa…

            Read More

              53 trees planted in one day in Assaliso.

              In Dire Dawa’s administration we will be a country and an image by wearing green fields! ‘ 53 thousand trees are planting in one day by the participation of Araddo residents in Assaliso class. At Clastar Assaliso level, the leaders of the office of money development and economy of Mr. Sulxan Aliyi talked about this…

              Read More