Eeruu ummataa fi qaamolee nageenyaa irraa argameen sakkata’iinsa manneen Shakkamtootaatti taasifameen Meeshaalee gocha shoorarkeessummaaf ooluuf turan kanneen gara garaa fi dokmantiiwan adda addaa akkasumaas maalaqni biyyoottan adda addaa Shakkamtoota 208 waliin to’annoo jala oolchuu Poolisiin Dirree Dhawaa beeksise.
Poolisiin Dirree Dhawaa Shakkamtoota 208 to’annoo jala oolchuu beeksise.


