Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira

    Yuunvarsiitiin Dirree Dhawaa barattoota ogummaa garaagaraatin barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira.
    Yuunvarsiitichi barattoota sagantaa digrii jalqabaa fi digrii 2ffaan muummee garaagaraan barasiisaa ture kuma 3 fi 550 eebbisiise
    Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa bara 1999 kan hundeefamte yoo ta’u barana marsaa 13ffaaf baratoota leenjisuaa ture eebbisiise.