Jiila Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Soomaalee Obbo Musxafee Mahamadiin duurfamu Dirree Dhawaatti Simannaan taasifame Jiila Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Soomaaleef Obbo Musxafee Mahamadii fi Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan duraanii Obbo Ibraahim Usmaan yeroo Dirree Dhawaa seenaan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juharii fi Geggeesotni ol’aanoon Bulchiinsaan Simannaan taasifameefiiti jira.


