Pirojektoota bara baajataa 2014 keessatti xumuramanii fi kanneen baadiyyaatti gaggeeffaman keessaa dameen hawaasummaa Mana barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Asellisoo Birrii miiliyoona 16 oliin ijaarame xumuramee eebbifameera

    dabalataaniis kilaastara wahelitti manni barnoota sad.2ffa xumurame eybifame jira
    Eyba kana irratti namoota xumuramuu piroojagtoota kanaa kessattj gahe ol’aana gumaachaniif beekkomtiin kennamee fi jira
    Haaluma wafakkaatuunis Pirojektiin Jallisii Xiqqaa Araddaa Asallisotti birrii miiliyoona 23 oliin hojjetame kan qonnaan bultoonni dhibba 6 ol ta’an lafa heektaara 90 ol misoomsuuf dandeessisu eebbifameera.