Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatiif kan filataman Kabajamoo Obbo Abduljawaad Mohaammadiifi Afa-yaa’ii Itti Aantuu Mana marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Aadde Kariimaa Alii dabalatee Bakka Bu’oonni Mana Marii Bulchinsaa, miseensota Mana Marii Araddaalee saglanii waliin Kilaastara Kilaastara Waahelitti marii bal’aa gaggeessaa jiran.
Gabaasa guutuu hordofnee isin biraan kan geenyu tahaa
Iliyaas Aammeetiin


