Guyyaan Addunyaa Miidhaa Koorniyaa “White Ribbon” Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Taateewwan Adda Addaatiin Kabajameera.
Biiroon Dhimma Dubartootaa Daa’immaniifi Hawaasummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Guyyaa Miidhama Koorniyaa”White Ribon” akka Addunyaatti yeroo 34ffaaf akka biyya biyya keenyatti ammoo yeroo 20ffaaf kabajamu, mataduree “Hawaasa Dhaloota Dhufuuf Jeequmsa Hinobsine Ijaaruu” jedhuun, taateewwan adda addaa waliin kabajeera. Sochiin guyyaa farra miidhaa kornayaa 16ffaa mataduree “Dhaloota dhufuuf hawaasa jeequmsa hinobsine ijaaruu” jedhuun dubartoota miidhaa kornayaa irraa…


