Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Gootummaan Nagaa Naannichaa Kabajchiisuusaaniitiin Badhaafaman.
Bulchinsi Dirree Dhawaa Gaggeessitoota Gootota Nagaa Naannichaa Eegsisuurratti Dirqamaafi Ergama Itti kenname Gootummaafi Gahumsaan Bahataniif Sagantaa Beekamtiifi galateeffannee Gaggeesse. Dhiheenyatti Yaalii Humni badii ABO shanee nageenya Naanni chaa Booreessuufi Taasise tarkaanfii Humni Nageenya Waloo Bahaa Qindoominaan fudhateen Fashalaa’uufi Humni badii kuni guutumaa guututti barbadaa’uun in yaadatama. Hoggantootaafi Miseensota qaamotii nageenyaa qindeessuudhaan nageenya waaraa akka uumamu…


