Rakkoolee Bulchiinsa Gaarii kanaan dura hawaasa dararaa turan furaa jiraachuu beeksise.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Rakkoolee Bulchiinsa Gaarii kanaan dura hawaasa dararaa turan furaa jiraachuu Biiroon Maanaajimantii fi Misooma lafaa Beeksise.