Guyyaa yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajame kun
‘‘Adwaan Asxaa Tokkummaa Sab-daneessaati’’ dhaadannoo jedhuun marii paanaalii kan qaamoleen gara garaa irratti hirmaataniin geggeefameera.


