Hospitaala Raayyaa Ittisaa Biyyaatti Miseensota miidhamanii walaanamaa jiraniif kan oolu Deegarsi taasifame Qorichaa fi Meeshaalee yaalaaf oolan kan Birrii Kuma 400tti Shalagamu Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Qorichaa fi Meeshaalee
Birrii Kuma 250tti Shalagamu
akkasumaas Dhaabbanni Raabsaa
Meeshaalee yaalaa Hiwot Maamoo Meeshaalee yaalaaf kan Birrii Kuma 150tti Shalagamu gumaachuun walumaagalatti Qorichaa fi Meeshaalee yaalaaf oolu kan Birrii
Kuma 400tti Shalagamu Deegarsa taasisan.
Sirna walharkaa fuudhuu Deegarsaa kana irratti fi Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa fi Hoogganaa Biiroo Daldala Indastiriin fi Investimentii Obbo Kadiir Juhaar haasaa taasisan akka jedhanitti Deegarsi gosa fi akaakuu gara garaan taasifamaa jiraachuu isanii deegarsi kuniis fuulduraatti cimee kan itti fufu taachaas eeran.
Hoogantuun Biiroon Fayyaa Bulchiinsaa Aadde Lamaan Bazaabih gama isaaniitiin Hospitaala Raayyaa Ittisaa Biyyaa deegarsa kanamalees Oggeeyyiin Fayyaa 15 Hospitaala Raayyaa Ittisaa Biyyaatti Raadiin Tajaajila Wallaansaa kennaa jiraachuu ibsame.
Hospitaala Humna Raayyaa Ittisaa Koloneel Birhaanuu Zawudee gama isaaniin Ummatni Dirree Dhawaa, dhaabbilee Mootummaa fi Miti Mootummaa Saffisaa fi Itti fufiinsaan Deegarsi gosa fi akaakuu gara garaan taasisaa jiran Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa kan duula Biyya bararuu irratti qabsoo geggeessaa jiraniif kan hamilee ol’aanaa maatii jedhanjaalalaa fi tumsa deegarsa hamilee ol’aanaa kan laatuu jedhan.


