Piroojektoota Kaapitaalaa bara 2014 irratti Waliigalteen malatteefame.

    Dhaabileen Raawachiiftota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Piroojektoota Kaapitaalaa kan bara 2014 irratti irratti Sanada Waliigaltee Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa waliin waliif malatteessuu geggeefame.