Dirree Dhawaatti Fiigichi Halkanii Daandiirraa Yeroo Jalqabaaf Gaggeeffame.
“Nuru Event” Komishinii Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsaa Dirree Dhawaa waliin akkasumas Abbaa Taaytaa Galiiwwanii Bulchinsaa Dirree Dhawaafi michuuwwan biroo waliin ta’uun ” Itoophiyaa Xiqqoofin Fiiga!” Mataduree jedhuun kan qophaa’e fiigichi halkanii kan Daandiirraa EDA gaggeeffameeti jira. Saganticharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar,Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Dames Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf, Komishinar…


