Bulchinsa Dirree Dhawaatti Hojiilee Misooma Sululaa Qindaawaa Ji’oottan Bonaatiin Lafa Hektaara 5 ol Misoomsuun Danda’ame.
Bulchinsa Dirree DhawaattiHojii Misooma Sululaa Qindaawaa Ji’oottan bonaa bara 2018 mataduree”Misooma Sululaa Qindaawaa Ji’oottan bonaa Milkaa’ina Qonnaatiif!” Jechuun ji’a tokkoof kan gaggeeffamaa ture yommuu ta’uu, guyyaa har’aa sagantaan guduuunfaasaafi beekamtii gaggeeffame. Sagan rich array to argamuun ergaa kan dabarsan Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Bulchinsa Misooma sululaa tiif xiyyeeffannaa kennuudhaan qabeenya uumamaa…


