“Hojiileen Misoomaa Gurguddaan Bulchinsa Dirree Dhawaatti Hojjetamaa Jiran Fayyadamummaa Jiraattotaa Mirkaneessuu Bira Dabree Imala Magaalattii Dijitaalessuu Saffisaa Jiru.
Komishinar Komishinii Inispeekshinii fi Naamusaa Paartii Badhaadhinaa Dr. Dastaa Tasfaaw. Komishiniin Inispeekshinii fi Naamusaa Paartii Badhaadhinaa, Giddugalaa , Naannolee, Bulchinsaa Magaalaa fi Dhaabbilee Federaalaa Waltajjii gamaaggamaman waloo 9ffaa raawwii Karoora hojii bara 2018 walakkeessa Waggaa , kan gaggeessaa jiru yommuu ta’u, waltajjicha cinattis hojiilee misoomaa bulchinsa Dirree Dhawaatti hojjetamaa jiran daawwate. Daawwannaa kanaanis giddugala konveenshinii,…


