Dirree Dhawaatti Maashinni Ammayyaa Qorannoo Dhiigaafi Dhukkuboota Daddarboo “Alinity” Jedhamu Bu’ureeffame.
Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaarfi Deetaan Ministira Fayyaa Federaalaa Dr.Saarillaa Abdullaahii walk-in ta’uudhaan maashina qorannoo Dhiigaafi Dhukkuboota daddarboo “Alinity” jedhamu eebbisiisaniiti jiran. Kansan dura qorannoo dhukkuboota daddarboo yaaluudhaaf qorannoo Dhiigaatiif naamunaan magaalaa Finfinnee ergamaa turuufi maashinichi asitti dhaabuachuun tajaajila fayyaa kan saffisiisuufi baasii hinmalle hambisuu danda’uu Kabajoo Kantibaa Kadiir ibsanii Kansan boodatti…


