Birrii miiliyoona 581 ol ji’oota 5 Sassaabuu beeksise.
Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa bara bajataa 2013tti ji’oota 5 keessatti galii Birrii miiliyoona 581 ol sassaabuu fi Galii Gibira Mootummaa karoora qabate keessaa dhibbeentaa 96.39% milkeessuu ibsan. Daayireektarri Ol’aanaan Abbaa Taayitaa Galiiwan Bulchiinsaa Obbo Abdulsalaam Mahamad akka addeesanitti ji’oota 5 bara bajataa 2013 tti Taaskii Mootummaa fi Galii Tajaajila mana Qopheessaa irraa Birrii…


