Dhaloota hegereef Dirree Dhawaa mijooftuu dabarsuuf Eegumsa Naannoof hojjachuu qabna
Bulchiinsa Dirree Dhawaa Koonfiransii haala qabiinsaa Qabeenya Uumamaa , Eegumsa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa irratti geggeefame irratti argamuun haasawa baniinsaa kan taasisan Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa Dhaloota hegereef Dirree Dhawaa mijooftuu dabarsuuf Eegumsa Naannoof hojjachuu qabna jedhan. mariin Koonfiraansii geggeefame kana irratti barruun qorannoo kan haala qabatamaa qabiinsaa…


