Dirree Dhawaa Maqaa Oomisha Kudraa fi Mudraa qabaachaa turtetti deebisuuf hojjatamaati jira
Abbaan Taayitaa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensa Uumamaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Mala ykn tooftaawan Biqiltoota shanyii fooyya’oo Kudraa fi Mudraa ittiin Biqilchan irratti qaamolee Mootummaa fi Miti-Mootummaa hojii Biqiltoota Biqilchuu irratti bobba’anii jiraniif leenjii Hubannoo gabbisuu laate irratti haasawa kan taasisan Hoji-Geggeessaan Abbaan Taayitaa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensa Uumamaa Dirree Dhawaa Obbo Abduu Mahamad…


