Filannoon Marsaa 6ffaa nageenyaan akka Geggeefamuuf Qaamolee nageenyaa waliin mari’atame.
Filannoo marsaa 6ffaa bara 2013tti geggeefamu ilaalchisuun Qaamoleen Nageenyaa waliin marii geggeefamera. Marii geggeefame irratti Kantiibaan Bulchiinsaa Obbo Ahmad Buuh akka ibsanitti Qaamoleen Nageenyaa dhaabilee Siyaasa irraa bilisaa ta’uun hojii isaanii kan Nageenya kabajchiisuu bilisaan akka geggeessuu qaban dhaaman. Waltajjii kana irratti Karoora Hojii Filannoo marsaa 6 ffaaf karoora Raawachiisaaf qophaa’e Inispeektar Antanah Rafeeraa Karoora…


