Waltajjiin Duula ji’a Fayyummaa haadhaa jalqabsiisuu geggeefame.

    ” Da’uumsaan booda sababa dhiigni haalaan dhangala’uun lubbuun haawanii sa’atiiwan muraasa keessatti darbuu danda’a. Lubbuu baraaruuf deebii saffisaa haalaannuu” dhaadannoo jedhuun Waltajjii qephaa’e haasawaan kan banan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Buuh akka jedhanitti fayyummaa haaf hirmaannaa fi tumsi hawaasa maraa barbaachisaadha jedhan. Hoogantuun Biiroo Fayyaa Adde Lamlam Bazaabih gama isaaniin haawan yeroo da’uumsaa…

    Read More

      Sochiin ” Akka isin Tajaajilluuf Hagooggii kaayadhaa ” Manneen Barnootaatti jalqabame.

      Manneen Barnootaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti argamanitti Sochiin ” Akka isin Tajaajilluuf Hagooggii kaayadhaa ” jedhu geggeefamuu jalqabe. Sagantaa sochii Manneen Barnootaatti baratoota koronaa irraa eeguuf geggeefamuu jalqabe irratti Hoogantuun Biiroo Fayyaa Adde Lamlam Bazaabihii fi Hoogantuun Biiroo Barnootaa Adde Muluukaa Mahamad gamtaan sochii kana jalqabsiisaniiru. Manneen Barnootaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hojii buruu fi barsiisuu of-Eegannoon…

      Read More

        Biiroon dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaa Raawii hojii ji’oottan 6 irratti marii geggeesse.

        Biiroon dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaa Hojjatootaa waliin karoora Raawii hojii Walakkaa bara jalqabaa kan bara baajataa 2013 irratti marii geggeessan. Marii kana irratti Biiroon dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaa hojii Ijoo ji’oottan 6 irratti bara baajataa 2013 raawataman Roga dame hariiroo Komunikeeshiniin , ilaalcha Jijjiiramaa Uumuu irrattii fi Raawii hojii qaamolee Komunikeeshinii Bulchiinsaa dandeettii Ogummaan gabbisuu fi guddisuu…

        Read More

          በትላንትናው ዕለት ከምሽቱ 2 ሰዓት ገደማ በተለምዶ አሸዋ ሲጋራ ተራ ተብሎ የሚጠራው ቦታ የእሳት አደጋ ተከስቶ የንብረት ጉዳት መድረሱን የአስተዳደሩ ፖሊስ ኮሚሽን አስታውቀዋል፡፡

          መግለጫውን ለሚዲያ የሰጡት የአስተዳደሩ ፖሊስ ኮሚሽን የህዝብ ግንኙነትና ለውጥ ሥራዎች ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮማንደር ገመቹ ካቻ በእሳት አደጋው እሳቱን ለማጥፋት ሲንቀሳቀሱ በነበሩ ሶስት የአከባቢው ሰዎች ላይ በጪስ የመታፈን ጉዳት የደረሰባቸውና በአሁን ወቅት በህክምና ላይ መሆናቸውን ጠቅሰዉ ሌሎች ሁለት የእሳት አደጋ ፖሊስ አባላት ላይ መጠነኛ ጉዳት መድረሱንም አስታውቀዋል፡፡ በእሳት አደጋው የጠፋው ንብረትም ፖሊስ አጣርቶ የጉዳቱን መጠን ገልጸዋል፡፡…

          Read More

            የመንግስት ኮሚዩኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ የ6 ወር የስራ አፈፃፀሙ ላይ ከተቋሙ ባለሙያዎች ጋር ዉይይት አደረገ::

            የአስተዳደሩ መንግስት ኮሚዩኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ሰራተኞች በተቋሙ የስድስት ወር የስራ አፈፃፀም ዙሪያ ዉይይት አካሄደዋል ፡፡ ቢሮው ባለፉት ስድስት ወራት የላቀ ውጤት ካስመዘገበባቸው ዋንኛዎቹ በሪፖርቱ ከተጠቀሱት የለውጥ ስራውን ተግባራዊ ማድረግ፣ የኮሚዩኒኬሽን ዘርፍ ባለሞያዎችን የሞያ አቅም ግንባታ ስራና ቢሮው በዚህ ግማሽ ዓመት የስራ ቦታን ምቹ እና የተዋበ በማድረግ የሰራተኛውንና የተገልጋዩን እርካታ ለመጨመር ሲያከናዉናቸዉ የቆያቸውን ስራዎች መሆናቸውን በመድረኩ…

            Read More