Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Ji’a (Baatii) Amajjiitti Birrii miiliyoona 155 ol 127.42% Sassaabuu beeksise.
Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Ji’a Amajjii bara bajataa 2013 tti Birrii miiliyoona 155 ol Sassaabuun Raawii 127.42% galmeessuu Daayireektarri Ol’aanaan Abbaa Taayitaa Galiiwan Bulchiinsaa Obbo Abdulsalaam Mahamad Raawii Hojii kan ji’a (Baatii) Amajjii bara 3013 ilaalchisuun ibsa laataniin beeksisaniirukka beeksise. Obbo Abdulsalaam Mahamad akka addeesanitti ji’oota 5 bara bajataa 2013 tti Taaskii Mootummaa…


