#Itooohiyaa xiqqoo hunda keenya tan taatte #Dirreen_Dhawaa isin galatoomfatti.
Ayyaanni Sabaa, Sablamootta fi Ummatootta Itooohiyaa 16ffaan barana qopheessummaa bulchiinsa keenyaatiin, magaalaa bareeduu Jaalalaa Dirree Dhawaa teenyatti kabajame nagayaa fi milkaa’inaan xumuramuu isaatti gammaddeetiin jira baga gammaddan. Milkaa’inni kun cunfaa tattaafi fi dadhabbina lammiileen Sab-daneessa Itoophiyaa godheen dhufe. Milkaa’ina kanaaf itti gaafatamummaa keessan kan bahattan, raayyaa ittisaa biyya, Poolisii Federaalaa, Miseensoota Poolisii fi Tiraafiqa Dirree…


