Poolisiin Dirree Dhawaa Jijjiiramaan Booda Riifoormiidhaan Hojiiwan roga baay’ee hojjachuun ibsame.
Qajeelchi Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa Gaggeesotaa fi Miseensota yeroo turtii isaanii xumuraniif sagantaa Gulantaa Uwwisuu guyyaa arraa Gaggeessa. Sagantaa Gulantaa Uwwisuu gaggeefame kana irratti argamuun haasaa kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Gaggeesotaa fi Miseensonni Qajeelcha Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa kan guyyaa arraa Guddinni Sadarkaa laatameef Kun kanaan dura…


