Oduu Waltajjiin Gamaagammii Raawwii hojii Paartii geggeefamuu jalqabe
Waajjirri Paartii Badhaadhina damee Dirree Dhawaa Waltajjii Gamaagammii Raawwii hojii Paartii geggeessuu jalqabeera. Waltajjii Gamaagammii Raawwii hojii Paartii gaggeefamaa jiru kana Itti-gaafatmaan Waajjira Paartii Badhaadhina damee Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf gaggeessaati jiru.


