Bulchiinsi Dirree Dhawaa Gamaagama Raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara baajataa 2018 gaggeefamaati jira.
Gabaasa Raadii hojii kurmaana 1ffaa bara baajataa 2018 dhihaa haa jiruun roga gama Carraa hojii uumuun magaalatti lammiiwan 3,522 Carraan hojii dhaabbataa fi yeroo fi baadiyyaatti lammiiwan 962 Carraan hojii dhaabbataa fi yeroo uumuuf karoorfamee 911 uumuun danda’amuun dhiyaateera. Bulchiinsatti Hojiileen kurmaana 1ffaa bara baajataa 2018 keessatti hojjetamaa turan Adeemsa gaarii irratti kan argamuu fi…


