Waldorgommiin Kubbaa Miilaa Baratootaa Paan-Afrikaa Marsaa 3ffaan Istaadiyeema Idil-addunyaa Dirree Dhawaatti Gaggeeffamuu Jalqabe.
Ministeerri Dargaggoofi Ispoortii Itoophiyaa Ministeera Barnootaafi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa waliin Ta’uun Waldorgommii Kubbaa Miilaa Barattootaa Paan-afrikaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti Kan qopheesse yommuu ta’uu sagantaan baninsaa waldorgommichaas har’a waaree booda Istaadiyeema Idil addunyaatti gaggeeffamaati jira. Ministeera Dargaggoofi Ispoortii Itoophiyaatti Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Makkiyuu Mohammed, Hogganaa Biiroo Barnootaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii,…


