Maaykiroo Faaynaansiin Dirree Dameessaa Ganda Garaadaatti Eebbisiisuun Hojii Jalqabe.
Tajaajila Faaynaansii dijitaalessuudhaan Bulchinsa Dirree Dhawaa dabalatee Naannoo Harariifi Somaalee hawaasa baadiyyaafi Magaalaa tajaajila faaynaansii saffisaafi ariifataa kennaa kan jiru Dhaabbanni Liqiifi Qusannaa Dirree guyyaa har’aa dameesaa biroo Ganda Garaadaatti eebbisiiseeti jira. Dhaabbatichi dameewwan Isaac Aanaalee baadiyyaafi Magaalaa Dirree Dhawaatti babal’isuudhaan tajaajila faaynaansii jiraattota Bulchinsaa waliingahaa jiraachuu kan ibsan Hojigaggeessaa Olaanaa Dhaabbatichaa Obbo Tashoomaa Abbabaa…


