Baazaariin Intarpiraayizota Moodeela Bulchiinsa Dirree Dhawaatti baname.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Baazaariin intarpiraayizoota Moodeela hirmaachise guyyaa har’aa ifatti banameera. Sagantaa Baazaariin intarpiraayizoota Moodeela kana irratti haasaa Kan taasisan Obbo Roobeel Geetaachoo Hooganaa Biiroo Misooma Dandeettii Hojii fi Teeknooloojii Bulchiinsa Dirree dhawaa Agarsiisaa fi Baazaarii Intarpiraayizii Moodeela bananiiru. Obbo Roobeel waajjirichi intarpiraayizoota agarsiisa Daldalaa fi Baazaarii qopheessuun maamiltoota isaanii waliin walitti dhufeenya gabaa uumuu…


