Dhaabbanni liqii fi Qusannaa Dirree Dhawaa Damee isaa Ganda Halooletti eebbisuun bane
Bulchiinsa Dirree Dhawaa Dhaabbanni liqii fi Qusannaa Dirree Dhawaa ganda Halooleetti dhaabbanni liqii fiqusannaa Dirree Dhawaa dameesaa 11ffaa banuun ebbiseera. Ebba dhaabbata liqii fi qusannoo kanarratti argamuun haasawa baninsaa kan taasisan itti gaafatamtuu biiroo Misooma maallaqa fi Invastimentii Aadde Muluukaa akka jedhanitti dhaabbanni liqii fi qusannoo Dirree Dhawaa kanaan duraas tajaajila dhala bilisaa tahe kennuu…


