Oduu | Leenjiin “Humna Abjuu Guddina Qabatamaaf” mata-dureen Gaggeessota Bulchiinsaaf kennamaa ture xumurame.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti leenjiin Gaggeessota sadarkaa gara garaaf 300 oliif dhimmoota hawaas-diinagdee fi siyaasaa irratti kennamaa ture xumurameera. Sagantaa goolabbii Leenjii “Humna Abjuu Guddina Qabatamaaf” Xumura leenjii kanaa irratti kallattii hojiiwwan fuula duraa kan kennan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar akka ibsanitti Biyya teenya Itoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisuuf gaggeessaan dirqama dachaa of…


