Bara Haaraa Mangudoota Biyya teenyaaf waan baay’ee hojjataniif waliin dabarsuun gammachuu addaa kan uumuu jedhan.
Hojjatootaa fi Gaggeessonni Biiroo dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Jidugala Tursiisa Manguddoota Maqadooniyaa Damee Dirree Dhawaatti Ayyaana Bara Haaraa 2018 sababeefachuun sagantaa Affeerraa laaqanaa fi Mana Hojii Tola Ooltummaan ojaarsisan Abbaaf sagantaa laachuu gaggeessan. Sagantaa kana irratti Hooganaan Biiroo dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Biruuk Fallaqaa akka jedhanitti Bara Haaraa Mangudoota Biyya teenyaaf…


