1 Nageenya eegsisuun cinatti nageenya ijaaruu irratti xiyyeeffannoon hojjatamuu akka qabu ibsame
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti Sadaassa 23 irraa jalqabee qaamolee hawaasa gara garaa waliin “Nageenya Seenaan Tee adda kan foo’amtu Jaalalaani ” dhaadannoo jedhuun wal-tajjii marii Konfiransii Nageenyaa geggeefamaa jiruun marii qaamoleen nageenyaa jechuuniis miseensonni Poolisii Dirree Dhawaa fi Humni Raayyaa Ittisa Biyyaa kan Bulchiinsatti argamanii fi hoogantoonni ol’aanoon marii taasisan kan duursan Itti Aanaa Kantiibaa…


