የኢ.ፌ.ዴ.ሪ መከላከያ ሚኒስቴር በሰላም ማስከበር ማዕከል የሁርሶ ኮንቲጀንት ማሰልጠኛ ትምህርት ቤት ለ 13ኛ ጊዜ ያሰለጠናቸውን አለም አቀፍ የሰላም አስከባሪ በዛሬው እለት እያሰመረቀ ይገኛል።

    በዛሬው እለት በሁርሶ ኮንቲንጀንት ማሰልጠኛ ትምህርት ቤት ተመራቂ የሆኑ አባላትም ወደ ደቡብ ሱዳን የሚሰማሩ የ15 ኛ ሞተራይዝድ ሻለቃ ሲሆኑ አለም-አቀፍ ግዳጅን መወጣት የሚያስችላቸውን የስልጠና ዝግጅት ማድረጋቸውም ታውቋል። በሰላም አሰከባሪዎቹ የምረቃ ስነ-ስርአት ላይም በኢ.ፌ.ድ.ሪ መከላከያ ሚኒስቴር የኢንዶክትርኔሽን ዋና ዳይሬክተር ሜጀር ጀነራል መሐመድ ተሰማ እና ከፍተኛ ወታደራዊ መኮንኖች እንዲሁም የድሬዳዋ አስተዳደር የመንግስት ኮሙኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ሀላፊ አቶ…

    Read More

      Gaaffii hawaasaa kan bu’uraalee misoomaa Mootumaa, Dhaabileen Dhunfaa fi Umataan qindoominaan deebisuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame.

      Bulchiinsa Dirree Dhawaa Araddaa Ganda Rigeetti humna ibsaan Abbootii Warraa 700 ol fayyadamoo kan taasisu kan Kiiloowaatii 250 baadhatu tiraanisfoormarii Warshaa Simintoo Piyuunariin ijaarame guyyaa arraa yeroo eebifameera. Sagantaa Eebbaa kana irratti Deetaan Ministeera Boba’aa fi Albuudaa fi Adde Simanyi Wubee fi hoogantoonni Ol’aanoon bulchiinsaa iddoo argamtetti sirni eebba pirojeektii xumuramee fi karoora fuulduraaf qabamees…

      Read More

        Tajaajila wallaansa Sadarkaa jalqabaa miidhamtoota miidhaan Saalaa laachuuf kan dandeesisu leenjiin kenname.

        Miidhamtoota Miidhaan Saalaa fi Gudeeddaan irra ga’eef Tajaajila Walaansa Sadarkaa jalqabaa Buufata Bulchiinsa Dirree Dhawaa maratti kennuu jalqabuuf Ogeeyota Buufataalee fi Biiroo Fayyaa irraa walitti babahaniif leenjiin hubannoo haala kenniinsa Tajaajilaa walaansa sadrkaa jalqabaa, Keessumeessaa fi qabiinsa Xiilsamuu miidhamtootaa irratti leenjiin kenname. Leenjicha irratti Hoogantuun Biiroo Fayyaa Adde Lamlam Bazaabih akka jedhanitti miidhaa saalaa ittisuuf…

        Read More

          Duulli Hojii Qulqulina Naannoo Araddoottan Magaalaa maratti jalqabame.

          Duula sochii hojii qulqulina Naannoo kan Araddoottan Magaalaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa maratti Gandoota filamanitti geggeefamuu jalqabe kana irratti Itti-Gaafatamaan Waajjira Hoji-geggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Abduljawaad Mahamad akka ibsanitti hojii duula qulqulina naannoo kana itti fufiinsaan torbaanitti Araddoottan filaman afuritti geggeessuun hawaasa xuraawaa fi koosiiwan balfu ykn lagatu uumuu fi qulqulina magaalattii sadarkaa fooyya’aa irraan…

          Read More

            የህብረተሰቡን ችግር ሊቀርፉ የሚችሉ የህዝብ ጥያቄ የሆኑ የልማት ስራዎችን በመንግስት በግል ድርጅቶች እና በህዝብ ትብብር ለመመለስ ጥረት እየተደረገ እንደሚገኝ ተገለፀ ::

            በ 01ቀበሌና በገንደ ሪጌ ገጠር ቀበሌ በፓየኔር ሲሚንቶ ፋብሪካ በድሬዳዋ አስተዳደር ህብረተሰብ ተሳትፎ እና ልማት ኤጀንሲ እንዲሁም በፌደራሉ የማእድንና ነዳጅ ሚንስትር የጋራ ትብብር የተከናወኑና ለመከናወን በእቅድ የተያዙ የልማት ስራዎች ምርቃና ጉብኝት ተካሂዷል። በፕሮግራሙ ላይ የማእድንና ነዳጅ ሚንስትር ሚንስቴር ዲኤታ ወ/ሮ ስመኝ ውቤ ሚንስትር መስሪያቤቱ ዘርፉ ለአገር ኢኮኖሚ የሚኖረውን ሚና በማሳደግ ተልዕኮውን ለመወጣት በሚያስችለው መልኩ በአዲስ…

            Read More

              በድሬዳዋ በዘጠኙም ቀበሌዎች የፅዳት የንቅናቄ ዘመቻ በዛሬው እለት ተጀመረ፡፡

              በአሰተዳደሩ ዘጠኙም ቀበሌዎች መንደሮችን በመስፈርት በመምረጥ ሞዴል መንደሮችን ለመፍጠር እንዲሁም በተመሳሳይ ለንቅናቄና ለዘመቻ ፅዳት በመስፈርት ለይቶ በመምረጥ የፅዳት ስራዎችን ለማከናወን ከተማ አቀፍ የፅዳት ህዝብ ንቅናቄ (ሲፀዳ መንደሬ ትዋባለች ድሬ)የሚለውን መሪ ቃል በመያዝ በአስተዳደሩ እስከ ሰኔ ሰላሳ ድረስ በየሳምንቱ የሚቀጥል ዘመቻ በዛሬው እለት ተጀምሯል። የከተማ ስራ አስኪያጅ ጽ/ቤት ኃላፊ አቶ አብዱልጀዋድ መሐመድ በዘመቻ ስራው ላይ እንደተናገሩት…

              Read More

                Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Ji’a (Baatii) Amajjiitti Birrii miiliyoona 155 ol 127.42% Sassaabuu beeksise.

                Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Ji’a Amajjii bara bajataa 2013 tti Birrii miiliyoona 155 ol Sassaabuun Raawii 127.42% galmeessuu Daayireektarri Ol’aanaan Abbaa Taayitaa Galiiwan Bulchiinsaa Obbo Abdulsalaam Mahamad Raawii Hojii kan ji’a (Baatii) Amajjii bara 3013 ilaalchisuun ibsa laataniin beeksisaniirukka beeksise. Obbo Abdulsalaam Mahamad akka addeesanitti ji’oota 5 bara bajataa 2013 tti Taaskii Mootummaa…

                Read More

                  Sirni Soorataa hin madaala’iniin miidhaawan hawaasummaa ga’an ittisuuf hunduu shoora gama isaa akka bahatu waamichi dhiyaate.

                  Miseensota Mana Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaatiif leenjii hubannoo gabisuu kan Tarsiimoo Sirna Soorata (Nyaataa) Biyyaallessaa , Guyyoottan Kuma daa’imanii kan jalqabaa fi Fayyaalessummaa Haawanii dhimmoottan jedhuun qophaa’e irratti haasawa baniinsaa kan taasisan Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsa Kabajamtuu Adde Faaxum Musxafaa Miseensotni mana marii hubannoo har’a argatan kana hawaasa bakka buutanii fi kan waliin jiraataniif kennuun…

                  Read More

                    በስርዓተ-ምግብ አለመስተካከል የሚከሰቱ ማህበራዊ ችግሮችን ለመከላከል ሁሉም የበኩሉን ድርሻ እንዲወጣ ጥሪ ቀረበ::

                    በብሔራዊ የሥርዓተ ምግብ ፖሊሲ፣ የህፃናት የመጀመሪያ 1ሺ ቀናት እና በጤናማ እናትነት ዙሪያ ለድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት አባላት ዛሬ የካቲት 5 በተካሄደ የግንዛቤ ማዳበሪያ ላይ የመክፈቻ ንግግር ያደረጉት የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት አፈ-ጉባኤ ክብርት ወ/ሮ ፈጡም ሙስጠፋ የምክር ቤቱ አባላት ለወከሉት ህብረተሰብ ህፃናት የተመጣጠነ ምግብ በአግባቡ ካለማግኘታቸዉ የተነሳ ለአካላዊ የመቀንጨር ችግር እንደሚጋለጡ እና ይህን ለመከላከል በቀላል…

                    Read More