Miidhaa Balaa Uumamaa fi Namtolcheen Nama irra ga’aniif deegarsa Namoommaa Bara 2018tti deegarsa Humna Ofiitiin Uwwisuuf kurfiin haal-duree taasifamaa jiraachuun ibsame.
Koomishiniin Hoogansa Sodaa Balaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Bara 2018tti Miidhaa Balaa Uumamaa fi Namtolcheen Nama irra ga’aniif deegarsa deegarsa Namoommaa Humna Ofiin Uwwisuuf kurfiin haal-duree taasisaa jiraachuu fi kana irratti Gaggeesota Ol’aanoon Bulchiinsaaf waltajjii hubannoo Uumuu laateera. Hoggansi Ittisa Sodaa Balaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Tarsiimoo Fi Imaammata Bahe Hojiirra Olmayaafi Deeggarsa Taasifamuuf Hirmaannaa Hawaasaa…


