Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Hawaasa harka Qalleeyyii Aanaa Dirree Dhawaaf deegarsa maddii qooduu gaggeesse.
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Dirqamaa fi hawaasummaa isaa cimsuuf Ayyaana Bara haaraa 2018 sababeeffachuun sagantaa maddii nyaataa qooduu gaggeesse. Sagantaa kana irratti Daareektarri Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa kan damee Dirree Dhawaa Obbo Gezahegn Bekana deggersa haasawa taasisaniin, daakuu daqiiqaa kiiloo 25, zayita nyaataa liitira 5, fi maallaqa Birrii 1300,, walumaa galatti Birrii kuma 6,…


