Godaansaafi Daddabarsa Namootaa Seeraan Alaa Ittisuuf Qindoominaan Hojjechuun Kan Barbaachisu Ta’uun Ibsame.
Yunivarsitiin Dirree Dhawaa Yunivarsitii Finfinneefi Jaarmaya Humna Namaa Idil- Addunyaa waliin ta’uun Mataduree Godaansaa fi Misooma” jedhuun Konfaransii Ogeeyyiifi Qooda- Fudhattoota Idil-Addunyaa Gaggeesse. Konfaransichi Guyyoota lamaaf Walitti Aanee kan gaggeeffamu yommuu ta’u, Kaayyoon isaa Goodaansa Seeraa alaa dargaggoota Humna oomishaa ta’an galaafachaa jiru hir’isuufi miidhaa jiru xiqqeessuurratti kan xiyyeeffatu ta’uun beekameeti jira. Ergaa Baga Nagaan…


