Koreen Dhaabbii Dhimmoota Baajata, Diinagdee, Daldalaa fi Industirii raawwii karoora ji’oota 6n dabree kan Biiroo Maallaqaa fi Misooma Diinagdee ilaalchisuun daawwannaa iddoo gaggeesse.
Koreen Dhaabbii Dhimma Baajata, Diinagdee, Daldalaa fi Industirii mana marii Dirree Dhawaa guyyaa har’aa daawwannee dirree Biiroo Maallaqaa fi Misooma Diinagdee hanqiqaa fi cimina karoora ji’oota jahan dabranii adda baasuun ilaaleera. koreen Dhaabbii Dhimmoota Baajata, Diinagdee, Daldalaa fi Industirii hojii irra oolmaa karoora jahan dabree ciminaa fi hanqinaalee jiran erga addaa baaseen booda marii hoggantoota…


