hoggansi olaanoo fi giddu galeessaa yaada jila deeggarsa federaalaa kennanii fi hojiin naannawan xiyyeeffannoo gara fuula duraa irratti mari’ataniiru.
Mariin kun irra caalaan argannoowwan jilli deeggarsa federaalaa bara baajataa marsaa lamaafaf, qophii marsaa raawwii irratti, gabaasaa fi daawwannaa dirree hojiiwwan misoomaa fayyadamummaa biyya mirkaneessuuf hojjetaman erga ilaalanii booda, argannoowwan argaman irratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera namootaa fi yaada kan kennuu tahuu kasaniru. Marii kana irratti Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Diree dhawaa obbo Kedir Juhar akka…


