Koonfiraansiin Goolabbii Waliigalaa Paartii Badhaadhina Dirree Dhawaa geggeefamaati jira.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Koonfiraansiin Goolabbii Waliigala walakkaa bara Filannoo kan Paartii Badhaadhina “Waadaan Gochaan Badhaadhina Itoophiyaaf” mata duree jedhuun geggeefame. Waltajjii kana irratti hirmaatotaan Ergaa Baga Nagaan dhuftanii kan dabarsan Miseensa Koree Jidugaleessaa Paartii Badhaadhinaa fi Ittigaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuuf Akka ibsanitti Waltajjii Koonfiraansii Goolabbii Waliigala walakkaa bara Filannoo…


