#Oduu Miseensonni Mana Marii Bakka Bu’ootaa kan Dirree Dhawaa Hawaasa filaretee waliin mar’itan.
Mootummaa Federaalawaa Dimokraatawaa Rippablika Itoophiyaatti miseensotni Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa kan ta’an kan Buufata Filannoo 1 fi 2 irraa filaman Hawaasa filaretee waliin mar’itan. Kabajamtu Dr. Biftuu Mahammad fi Kabajamoo Obbo Abduljawaad Mahammad bakka bu’oota mana maree bakka bu’oota ummata waliin marii taasisaniiru. Marii kana irratti miseensonni hawaasaa kilaastara baadiyyaa afran irraa fi hoggantoonni…


