Haala itti Kafaltootni Gibira Tajaajilamaa jiran daawatame.
Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaa haala ittiin Tajaajila Laatuu fi Kafaltootni Gibiraas haala ittiin Tajaajilamaa jiran Waajjira Ijoo Abbaan Taayitaa Galiiwan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti argamuun kan daawatan Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa fi Hooganaan Biiroo Daldala, Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar fedhii fi kaka’uumsa Kafaltootni Gibiraa Gibira kafaluuf mul’isan dinqisiifatanii Abbaan Taayitaa…


