Magaalaa Dirree Dhawaa Aanaa 02tti Jiraattoonni Ganda 06 Naannowa Baargeelleetti Bo’oo Bishaanii Meetira Kuma 1 ijaarsa Daandee Meetira 700 hojjetameefitti gammachuu guddaa qabaachuu ibsan
Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aanaa 02 Gana 06 naannawa Baargeelleetti Daandiin Meetira 700 fi Gallon bishaanii Meetira kuma 1 Ejensiin Hirmaannaa Ummataa waajjira Hojigaggeessaa Bulchinsaa Magaalaafi Aanaa 02 waliin ta’uun hojjetame eebbifamuun tajaajilaaf kennuu jalqabeeti jira. Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf Saganticharratti argamuun haasaa taasisaniin jiraattota gandichaaf ergaa baga gammaddanii…


