Hariiroon Magaalaa Dirree Dawaafi Faransaay Le Bugue gama barnootaafi ispoortiitiin cimee akka Itti fufu ibsame.
Jilli kantiibaa m)Magaalaa Faransaay Le Buguen durfamu manneen barnootaa Notre Dame, Mariam fi Lgaharree daawwachuun ispoortii aadaa Faransaay Raagbii jedhamu barattootaaf beeksise. Daawwannaa kanarratti Hogganaan Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii daawwannaan kun manneen barnootaa Dirree Dhawaa manneen barnootaa Faransaay waliin walitti hidhuu fi muuxannoo wal jijjiiruu irratti dhiibbaa guddaa qaba jedhan. Muuxannoo…


