Dargaggoon gurmaa’uudhaan sochii biyya ijaaruuf taasifamu keeysatti shoora gama isaa bahachuu qaba.”Itti Aanaa waajjira paartii badhaadhinaa damee bulchinsa dirree dhawaa fi Itti Gaafatamaa Siyaasa Obbo Shaakir Ahammad,
“Dargaggoo teknolojiin gahoomee fi Dirree Dhawaa dijitaala uumuu danda, u haa Ummnu ” mata duree ja’uun waajjirri goblaa dargaggootaa paartii badhaadhaa damee bulchinsa dirree dhawaa hoggansa goblaa dargaggootaa bulchinsa dirree dhawaatti argamaniif leenjii kenne. Saganticharratti kan argaman itti aanaan waajjira paartii badhaadhinaa damee dirree dhawaa fi itti gaafatamaan siyaasaa Obbo Shaakir Ahammad,Dargaggoon gurmaa’uudhaan sochii biyya…


